Qolosaayis 2:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Kana malees walitti dhufeenya isaa wajjin qabdaniin dhaqna qabaa isa qaama foonii harkaan muranii gatuudhaan hin raawwatamne sanaan,+ jechuunis dhaqna qabaa isa kan Kiristoosiin dhaqna qabattaniittu.+ Qolosaayis 3:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kanaafuu, kutaawwan qaama keessanii+ warra lafa irraa ajjeesaa; isaanis halalummaa,* xuraaʼummaa, fedhii saalqunnamtii toʼannaa hin qabne,+ hawwii hamaa fi sassata isa waaqolii tolfamoo waaqeffachuu taʼe dha.
11 Kana malees walitti dhufeenya isaa wajjin qabdaniin dhaqna qabaa isa qaama foonii harkaan muranii gatuudhaan hin raawwatamne sanaan,+ jechuunis dhaqna qabaa isa kan Kiristoosiin dhaqna qabattaniittu.+
5 Kanaafuu, kutaawwan qaama keessanii+ warra lafa irraa ajjeesaa; isaanis halalummaa,* xuraaʼummaa, fedhii saalqunnamtii toʼannaa hin qabne,+ hawwii hamaa fi sassata isa waaqolii tolfamoo waaqeffachuu taʼe dha.