-
Luqaas 6:32, 33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 “Warra isin jaallatan qofa yoo jaallattan galata maalii argattu? Cubbamoonni illee warra isaan jaallatan ni jaallatu.+ 33 Warra wanta gaarii isinii godhaniif qofa wanta gaarii yoo gootan galata maalii argattu? Cubbamoonni illee akkanuma godhu.
-