Maatewos 5:46, 47 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 Warra isin jaallatan qofa yoo jaallattan badhaasa maalii argattu?+ Warri qaraxa sassaabanis akkanuma godhu mitii ree? 47 Obboloota keessan qofa nagaa yoo gaafattan, wanti addaa isin gootan maali dha? Saboonni kaanis akkanuma godhu mitii ree?
46 Warra isin jaallatan qofa yoo jaallattan badhaasa maalii argattu?+ Warri qaraxa sassaabanis akkanuma godhu mitii ree? 47 Obboloota keessan qofa nagaa yoo gaafattan, wanti addaa isin gootan maali dha? Saboonni kaanis akkanuma godhu mitii ree?