Hojii Ergamootaa 20:29, 30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Ergan deemee booda, yeeyyiiwwan hamoo* taʼan isin gidduu akka seenanii+ fi tuuticha gara laafinaan akka hin qabne ani beeka; 30 isinuma gidduudhaa illee namoonni barattoota ofitti fudhachuuf dubbii micciiramaa dubbatan ni kaʼu.+
29 Ergan deemee booda, yeeyyiiwwan hamoo* taʼan isin gidduu akka seenanii+ fi tuuticha gara laafinaan akka hin qabne ani beeka; 30 isinuma gidduudhaa illee namoonni barattoota ofitti fudhachuuf dubbii micciiramaa dubbatan ni kaʼu.+