LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 3:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ammuma iyyuu qottoon mukeetii jala kaaʼameera. Kanaafuu, mukti firii gaarii hin godhanne hundi muramee ibiddatti gatama.+

  • Luqaas 13:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Achiis fakkeenya kana isaanitti himuu jalqabe: “Namni tokko muka harbuu maasii wayinii isaa keessa dhaabame tokko qaba ture; yommuu firii irraa funaannachuu dhufu garuu homaa irraa hin arganne.+

  • Luqaas 13:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Gara fuulduraatti firii yoo godhate gaarii dha; yoo godhachuu baate garuu muri.’”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi