-
Maarqos 11:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Muka harbuu baala lalisaa qabdu tokko fagootti argee, firii akka irraa argatu ilaaluuf gara ishii dhaqe. Yommuu bira gaʼu garuu waqtiin isaa yeroo harbuun itti firii godhatu waan hin turreef, baala malee homaa irraa hin arganne.
-