Luqaas 13:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Achiis fakkeenya kana isaanitti himuu jalqabe: “Namni tokko muka harbuu maasii wayinii isaa keessa dhaabame tokko qaba ture; yommuu firii irraa funaannachuu dhufu garuu homaa irraa hin arganne.+
6 Achiis fakkeenya kana isaanitti himuu jalqabe: “Namni tokko muka harbuu maasii wayinii isaa keessa dhaabame tokko qaba ture; yommuu firii irraa funaannachuu dhufu garuu homaa irraa hin arganne.+