LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 4:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 “Yaa Yesuus nama Naazireet,+ nuyii fi ati maal wal irraa qabna? Nu balleessuu dhuftee? Ati Qulqullicha Isa Kan Waaqayyoo taʼuu kee sirriittan beeka.”+

  • Luqaas 4:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Kana malees jinniiwwan, “Ati Ilma Waaqayyoo ti”+ jedhanii iyyaa namoota hedduu keessaa baʼan. Inni garuu isaan ifate; isaan Kiristoos taʼuu isaa waan beekaniif akka dubbatan isaaniif hin heyyamne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi