LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 5:7-10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Achiis sagalee guddaadhaan iyyee, “Yaa Yesuus Ilma Waaqa Isa Hundaa Olii, anii fi ati maal wal irraa qabna? Akka na hin dhiphisne maqaa Waaqayyootiin sin kakachiisa”+ jedhe. 8 Akkana kan jedhes Yesuus, “Hafuura+ xuraaʼaa nana, nama kana keessaa baʼi” waan jedheef ture. 9 Haa taʼu malee Yesuus, “Maqaan kee eenyu?” jedhee isa gaafate. Innis, “Nuti baayʼee waan taaneef, maqaan koo Leegewooni” jedhee deebise. 10 Innis Yesuus hafuurota sana biyyattii keessaa akka hin ariine cimsee isa kadhate.+

  • Luqaas 8:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Yeroo Yesuusiin argus, iyyee isa duratti kufee sagalee guddaadhaan, “Yaa Yesuus, Ilma Waaqa Isa Hundaa Olii, anii fi ati maal wal irraa qabna? Akka na hin dhiphisne sin kadhadha”+ jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi