23 Yeroo kanatti namni hafuura xuraaʼaadhaan qabame tokko mana sagadaa isaanii keessa jira ture; inni akkana jedhee iyye: 24 “Yaa Yesuus nama Naazireet, nuyii fi ati maal wal irraa qabna?+ Nu balleessuu dhuftee? Ati Qulqullicha Isa Kan Waaqayyoo taʼuu kee sirriittan beeka!”+