LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 14:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Booyyeen kotteen isaa baqaqaa taʼus alala waan hin guurreef nyaatamuu hin qabu. Inni isiniif xuraaʼaa dha. Foon isaanii hin nyaatinaa yookiin raqa isaanii hin tuqinaa.

  • Luqaas 8:31-34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Isaanis gara qilee akka dhaqan akka isaan hin ajajne irra deddeebiʼanii isa kadhatan.+ 32 Yeroo kanatti hoomaan booyyee+ tokko gaara irra dheedu turan; hafuuronni hamoon sunis, gara booyyota sanaatti akka seenan akka isaaniif heyyamu isa kadhatan; innis isaaniif heyyame.+ 33 Jinniiwwan sunis namicha keessaa baʼanii booyyota sanatti seenan; booyyonni sunis qarqara hallayyaa irraa didichanii haroo sana keessa lixanii liqimfaman. 34 Tiksitoonni isaanii garuu wanta taʼe kana yommuu argan, baqatanii deemanii magaalaa fi baadiyyaatti waaʼee kanaa odeessan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi