-
Maatewos 15:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Namoonni hedduun sunis, warri arrabni isaanii hidhame yeroo dubbatan, warri lamshaaʼan yeroo fayyan, warri naafatan yeroo deeman, qaro dhabeeyyiinis yeroo ilaalan arganii dinqisiifatan; Waaqa Israaʼeliifis ulfina kennan.+
-