Maatewos 9:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 jinniin sun erga isa keessaa baʼee booda, namichi arrabni isaa hidhame sun dubbachuu jalqabe.+ Namoonni hedduun sunis baayʼee dinqisiifatanii, “Wanti akkanaa matumaa Israaʼel keessatti mulʼatee hin beeku”+ jedhan.
33 jinniin sun erga isa keessaa baʼee booda, namichi arrabni isaa hidhame sun dubbachuu jalqabe.+ Namoonni hedduun sunis baayʼee dinqisiifatanii, “Wanti akkanaa matumaa Israaʼel keessatti mulʼatee hin beeku”+ jedhan.