-
Luqaas 10:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Achiis akkana isaaniin jedhe: “Eeyyee, hojiin makarichaa guddaa dha, hojjettoonni garuu muraasa. Kanaafuu, Gooftaan makarichaa, hojjettoota gara makara isaatti akka ergu kadhadhaa.+
-