Maatewos 9:37, 38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Achiis barattoota isaatiin akkana jedhe: “Eeyyee, hojiin makarichaa guddaa dha, hojjettoonni garuu muraasa.+ 38 Kanaafuu, Gooftaan makarichaa, hojjettoota gara makara isaatti akka ergu kadhadhaa.”+ 1 Qorontos 3:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Nuti warra Waaqayyoo wajjin hojjennu dha. Isin maasii Waaqayyoo isa misoomaa jiru dha, gamoo Waaqayyoo tis.+ 2 Tasalonqee 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Dhuma irrattis yaa obbolootaa, akkuma isin gidduutti taʼe, dubbiin Yihowaa* saffisaan babalʼachuu isaa akka itti fufuu+ fi ulfina akka argatu nuuf kadhachuu keessan itti fufaa;+
37 Achiis barattoota isaatiin akkana jedhe: “Eeyyee, hojiin makarichaa guddaa dha, hojjettoonni garuu muraasa.+ 38 Kanaafuu, Gooftaan makarichaa, hojjettoota gara makara isaatti akka ergu kadhadhaa.”+
9 Nuti warra Waaqayyoo wajjin hojjennu dha. Isin maasii Waaqayyoo isa misoomaa jiru dha, gamoo Waaqayyoo tis.+
3 Dhuma irrattis yaa obbolootaa, akkuma isin gidduutti taʼe, dubbiin Yihowaa* saffisaan babalʼachuu isaa akka itti fufuu+ fi ulfina akka argatu nuuf kadhachuu keessan itti fufaa;+