Filiphisiyus 2:14, 15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Waan hundumaa gungummii+ fi falmii malee+ hojjedhaa; 15 kunis dhaloota jalʼaa fi micciiramaa+ kana gidduutti ijoollee Waaqayyoo+ warra mudaa hin qabnee fi qulqulloota akka taataniifi; addunyaa kana keessattis akka ibsitoota ifaatti ifaa jirtu;+
14 Waan hundumaa gungummii+ fi falmii malee+ hojjedhaa; 15 kunis dhaloota jalʼaa fi micciiramaa+ kana gidduutti ijoollee Waaqayyoo+ warra mudaa hin qabnee fi qulqulloota akka taataniifi; addunyaa kana keessattis akka ibsitoota ifaatti ifaa jirtu;+