-
Yohaannis 15:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Wantan isinitti hime kana yaadadhaa: Garbichi tokko gooftaa isaa hin caalu. Isaan na ariʼataniiru yoo taʼe, isiniinis ni ariʼatu;+ dubbii koo eeganiiru yoo taʼe, dubbii keessanis ni eegu.
-