Maatewos 14:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Heroodis* sababii Heroodiyaas haadha manaa obboleessa isaa Filiphoosiin kan kaʼe, Yohaannisiin qabee hidhuudhaan mana hidhaa galchee ture.+ Maarqos 6:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Heroodis sababii Heroodiyaas haadha manaa obboleessa isaa Filiphoosiif jedhee, namoota ergee Yohaannisiin qabsiisee isa hidhuudhaan mana hidhaatti galchee ture; sababiin isaas, inni ishii fuudhee ture.+
3 Heroodis* sababii Heroodiyaas haadha manaa obboleessa isaa Filiphoosiin kan kaʼe, Yohaannisiin qabee hidhuudhaan mana hidhaa galchee ture.+
17 Heroodis sababii Heroodiyaas haadha manaa obboleessa isaa Filiphoosiif jedhee, namoota ergee Yohaannisiin qabsiisee isa hidhuudhaan mana hidhaatti galchee ture; sababiin isaas, inni ishii fuudhee ture.+