Luqaas 3:19, 20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Haa taʼu malee, bulchaa koonyaa kan taʼe Heroodis sababii haadha manaa obboleessa isaa Heroodiyaasii fi hammina inni hojjete hundumaatiif Yohaannis waan isa balaaleffateef, 20 Yohaannisiin mana hidhaatti galchuudhaan caalaatti hammina hojjete.+
19 Haa taʼu malee, bulchaa koonyaa kan taʼe Heroodis sababii haadha manaa obboleessa isaa Heroodiyaasii fi hammina inni hojjete hundumaatiif Yohaannis waan isa balaaleffateef, 20 Yohaannisiin mana hidhaatti galchuudhaan caalaatti hammina hojjete.+