Maatewos 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Bara sanatti Yohaannis+ Cuuphaan lafa onaa Yihudaa keessatti lallabaa+ dhufe; Maatewos 3:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yeroo sanatti namoonni Yerusaalem, guutummaa Yihudaa fi biyyoota naannoo Yordaanos jiran hundumaa keessaa gara isaa ni dhufu turan;+
5 Yeroo sanatti namoonni Yerusaalem, guutummaa Yihudaa fi biyyoota naannoo Yordaanos jiran hundumaa keessaa gara isaa ni dhufu turan;+