LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 1:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Sagaleen tokko lafa onaa keessaa, ‘Daandii Yihowaa* qopheessaa! Karaa isaas wal qixxeessaa’ jedhee iyya.”+ 4 Yohaannis Cuuphaan, cuuphaa isa mallattoo yaada geddarannaa taʼee fi dhiifama cubbuu argachuuf karaa banu lafa onaa keessatti lallaba ture.+

  • Luqaas 3:3-6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kanaafuu inni, cuuphaa isa mallattoo yaada geddarannaa taʼee fi dhiifama cubbuu argachuuf karaa banu lallabaa guutummaa biyya naannoo Yordaanositti argamu keessa naannaʼe;+ 4 kunis kan taʼe akkuma kitaaba Isaayyaas raajichaa keessatti akkana jedhamee barreeffametti dha: “Sagaleen tokko lafa onaa keessaa akkana jedhee iyya: ‘Daandii Yihowaa* qopheessaa! Karaa isaas wal qixxeessaa.+ 5 Sululli hundi haa guutamu; gaarrii fi tabbi hundi diriiraa haa taʼu; karaan jajalʼaan qajeelaa haa taʼu; daandii buʼaa baʼiinis wal haa qixxaatu; 6 foon* hundis fayyina Waaqayyo+ fidu* ni arga.’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi