Maatewos 3:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Bara sanatti Yohaannis+ Cuuphaan lafa onaa Yihudaa keessatti lallabaa+ dhufe; 2 lallabni isaas, “Mootummaan samii waan dhihaateef, yaada geddaradhaa”+ kan jedhu ture. Maarqos 1:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yohaannis Cuuphaan, cuuphaa isa mallattoo yaada geddarannaa taʼee fi dhiifama cubbuu argachuuf karaa banu lafa onaa keessatti lallaba ture.+ Luqaas 1:76, 77 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 76 Ati garuu yaa mucaa nana, daandii isaa qopheessuuf Yihowaa* dura waan deemtuuf,+ raajii Isa Hundaa Olii jedhamtee waamamta; 77 sabni isaa dhiifama cubbuu akka argatan gochuudhaan beekumsa fayyinaa isaaniif kennita;+
3 Bara sanatti Yohaannis+ Cuuphaan lafa onaa Yihudaa keessatti lallabaa+ dhufe; 2 lallabni isaas, “Mootummaan samii waan dhihaateef, yaada geddaradhaa”+ kan jedhu ture.
4 Yohaannis Cuuphaan, cuuphaa isa mallattoo yaada geddarannaa taʼee fi dhiifama cubbuu argachuuf karaa banu lafa onaa keessatti lallaba ture.+
76 Ati garuu yaa mucaa nana, daandii isaa qopheessuuf Yihowaa* dura waan deemtuuf,+ raajii Isa Hundaa Olii jedhamtee waamamta; 77 sabni isaa dhiifama cubbuu akka argatan gochuudhaan beekumsa fayyinaa isaaniif kennita;+