Isaayyaas 40:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Lafa onaa keessaa sagaleen akkana jedhu tokko ni dhagaʼama: “Daandii Yihowaa qopheessaa!+ Gammoojjii keessattis Waaqa keenyaaf daandii guddaa qajeelaa taʼe qopheessaa.+ Yohaannis 1:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Innis, “Akkuma Isaayyaas raajichi dubbate, ani sagalee nama isa, ‘Daandii Yihowaa* wal qixxeessaa’+ jedhee lafa onaa keessaa iyyu sana dha”+ jedhe.
3 Lafa onaa keessaa sagaleen akkana jedhu tokko ni dhagaʼama: “Daandii Yihowaa qopheessaa!+ Gammoojjii keessattis Waaqa keenyaaf daandii guddaa qajeelaa taʼe qopheessaa.+
23 Innis, “Akkuma Isaayyaas raajichi dubbate, ani sagalee nama isa, ‘Daandii Yihowaa* wal qixxeessaa’+ jedhee lafa onaa keessaa iyyu sana dha”+ jedhe.