Luqaas 7:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Ani isinitti nan hima, namoota dubartii irraa dhalatan keessaa Yohaannis irra kan caalu hin jiru; namni Mootummaa Waaqayyoo keessatti hundumaa irra xinnaa taʼe garuu isa ni caala.”+ Yohaannis 3:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yesuusis deebisee, “Dhuguma dhuguman siin jedha, eenyu iyyuu lammata yoo dhalate*+ malee, Mootummaa Waaqayyoo arguu hin dandaʼu”+ isaan jedhe.
28 Ani isinitti nan hima, namoota dubartii irraa dhalatan keessaa Yohaannis irra kan caalu hin jiru; namni Mootummaa Waaqayyoo keessatti hundumaa irra xinnaa taʼe garuu isa ni caala.”+
3 Yesuusis deebisee, “Dhuguma dhuguman siin jedha, eenyu iyyuu lammata yoo dhalate*+ malee, Mootummaa Waaqayyoo arguu hin dandaʼu”+ isaan jedhe.