Maatewos 11:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Dhuguman isinitti hima, namoota dubartii irraa dhalatan keessaa Yohaannis Cuuphaa irra kan caalu tokko illee hin kaane; namni Mootummaa samii keessatti hundumaa irra xinnaa taʼe garuu isa ni caala.+
11 Dhuguman isinitti hima, namoota dubartii irraa dhalatan keessaa Yohaannis Cuuphaa irra kan caalu tokko illee hin kaane; namni Mootummaa samii keessatti hundumaa irra xinnaa taʼe garuu isa ni caala.+