-
Baʼuu 31:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Guyyaa jaʼaaf hojiin hojjetamuu dandaʼa; guyyaan torbaffaan garuu sanbata guutummaatti itti boqotamu dha.+ Guyyaan kun Yihowaadhaaf qulqulluu dha. Namni guyyaa Sanbataatti hojii hojjetu kam iyyuu haa ajjeefamu.
-
-
Keessa Deebii 5:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 guyyaan torbaffaan garuu Waaqa kee Yihowaadhaaf sanbata dha.+ Garbichi kee fi garbittiin tees akkuma kee akka boqotaniif,+ ati yookiin ilmi kee yookiin intalli tee yookiin garbichi kee yookiin garbittiin tee yookiin qotiyyoon kee yookiin harreen kee yookiin beeladoonni kee kam iyyuu yookiin namni biyya ormaa magaalota* kee keessa jiraatu+ hojii akkamii iyyuu hin hojjetinaa.+
-