LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 11:24-26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 “Hafuurri xuraaʼaan nama tokko keessaa yommuu baʼu, bakka itti boqotu barbaacha lafa bishaan hin qabne keessa joora; iddoo itti boqotu yommuu dhabu garuu, ‘Gara mana koo isan keessaa baʼetti nan deebiʼa’ jedha.+ 25 Yommuu deebiʼee dhufus, manichi haramee kan qulqulleeffamee fi miidhagaa taʼee argata. 26 Sana booda, dhaqee hafuurota isa caalaa hamoo taʼan kan biroo torba fudhatee dhufa, isaanis itti galanii achi jiraatu. Kanaafuu, haalli namicha sanaa inni gara boodaa isa duraa caalaa hammaata.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi