LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ibroota 6:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Sababiin isaas, warra yeroo tokko ifni isaaniif ife,+ warra kennaa tolaa isa samii irraa dhandhamatan, warra hafuura qulqulluu fudhatan,

  • Ibroota 6:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 garuu immoo amantii irraa garagalan,+ deebiʼanii yaada akka geddaratan kakaasuun hin dandaʼamu; sababiin isaas, isaan ofii isaaniitiif Ilma Waaqayyoo lammata muka irratti fannisu, akkasumas uummata duratti isa salphisu.+

  • 2 Pheexiros 2:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Beekumsa sirrii waaʼee Gooftaa fi Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoos argachuudhaan xurii addunyaa jalaa erga baʼanii+ booda, lammata wantootuma kanatti yoo deebiʼanii fi isaaniin yoo moʼaman, haalli isaanii inni dhumaa isa jalqabaa irra akka hammaatu beekamaa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi