Maarqos 4:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yesuus ammas qarqara galaanichaatti barsiisuu jalqabe; namoonni hedduunis isa biratti walitti qabaman. Kanaafuu, bidiruu yaabbatee keessa taaʼee, qarqara galaanichaa irraa achi siqe; namoonni sun hundi garuu qarqara galaanichaa turan.+
4 Yesuus ammas qarqara galaanichaatti barsiisuu jalqabe; namoonni hedduunis isa biratti walitti qabaman. Kanaafuu, bidiruu yaabbatee keessa taaʼee, qarqara galaanichaa irraa achi siqe; namoonni sun hundi garuu qarqara galaanichaa turan.+