LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 13:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Guyyaa sanatti Yesuus manicha keessaa baʼee qarqara galaanaa taaʼe. 2 Haa taʼu malee, namoonni hedduun isa biratti waan walitti qabamaniif, bidiruu tokko yaabbatee taaʼe; namoonni sun hundis qarqara galaanichaa dhaabbatanii turan.+

  • Luqaas 8:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Namoonni hedduun, namoota magaalaa adda addaa irraa gara isaa dhufanii wajjin yommuu walitti qabaman, Yesuus akkana jedhee fakkeenyaan isaanitti dubbate:+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi