-
Maatewos 13:1-3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Guyyaa sanatti Yesuus manicha keessaa baʼee qarqara galaanaa taaʼe. 2 Haa taʼu malee, namoonni hedduun isa biratti waan walitti qabamaniif, bidiruu tokko yaabbatee taaʼe; namoonni sun hundis qarqara galaanichaa dhaabbatanii turan.+ 3 Achiis akkana jedhee fakkeenyaan+ wanta hedduu isaan barsiisuu jalqabe: “Kunoo, namni sanyii facaasu tokko sanyii facaasuu dhaqe.+
-
-
Maarqos 4:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Yesuus ammas qarqara galaanichaatti barsiisuu jalqabe; namoonni hedduunis isa biratti walitti qabaman. Kanaafuu, bidiruu yaabbatee keessa taaʼee, qarqara galaanichaa irraa achi siqe; namoonni sun hundi garuu qarqara galaanichaa turan.+ 2 Innis fakkeenyaan+ wanta hedduu isaan barsiisuu jalqabe; akkana isaaniin jedhe:+
-