Maatewos 2:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Haa taʼu malee, inni Arkelaawos bakka Heroodis abbaa isaa biyya Yihudaa bulchaa akka jiru waan dhagaʼeef achi dhaquu sodaate. Kana malees, Waaqayyo abjuudhaan akeekkachiisa waan isaaf kenneef,+ gara Galiilaa+ deeme.
22 Haa taʼu malee, inni Arkelaawos bakka Heroodis abbaa isaa biyya Yihudaa bulchaa akka jiru waan dhagaʼeef achi dhaquu sodaate. Kana malees, Waaqayyo abjuudhaan akeekkachiisa waan isaaf kenneef,+ gara Galiilaa+ deeme.