Maarqos 1:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Bara sanatti Yesuus Naazireet ishii Galiilaatti argamtu irraa dhufee Laga Yordaanositti Yohaannisiin cuuphame.+ Luqaas 2:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Yoseefii fi Maariyaam wanta hunda akka Seera Yihowaatti*+ erga raawwatanii booda, gara magaalaa isaanii Naazireet+ ishii Galiilaatti argamtutti deebiʼan.
9 Bara sanatti Yesuus Naazireet ishii Galiilaatti argamtu irraa dhufee Laga Yordaanositti Yohaannisiin cuuphame.+
39 Yoseefii fi Maariyaam wanta hunda akka Seera Yihowaatti*+ erga raawwatanii booda, gara magaalaa isaanii Naazireet+ ishii Galiilaatti argamtutti deebiʼan.