LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 3:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Yeroo sanatti Yesuus Yohaannis akka isa cuuphuuf Galiilaadhaa gara Yordaanos ni dhufe.+

  • Luqaas 3:21, 22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yeroo namoonni hundi cuuphamanitti, Yesuusis ni cuuphame.+ Utuu inni kadhachaa jiruus samiin banamee+ 22 hafuurri qulqulluun bifa qaamaatiin akka gugeetti isa irra buʼe; sagaleen, “Ati Ilma koo isa jaallatamaa dha; ani sitti nan gammada”+ jedhus samii irraa ni dhufe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi