Maatewos 3:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Yesuus erga cuuphamee booda, yeruma sana bishaanicha keessaa ni baʼe; yeroo kanatti samiiwwan ni banaman;+ inni hafuurri Waaqayyoo akka gugeetti* gad dhufee yommuu isa irra buʼu+ ni arge. Maarqos 1:9, 10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Bara sanatti Yesuus Naazireet ishii Galiilaatti argamtu irraa dhufee Laga Yordaanositti Yohaannisiin cuuphame.+ 10 Akkuma bishaan keessaa ol baʼeenis samiiwwan utuu banamanii fi hafuurri qulqulluun akka gugeetti* utuu isa irra buʼuu+ arge.
16 Yesuus erga cuuphamee booda, yeruma sana bishaanicha keessaa ni baʼe; yeroo kanatti samiiwwan ni banaman;+ inni hafuurri Waaqayyoo akka gugeetti* gad dhufee yommuu isa irra buʼu+ ni arge.
9 Bara sanatti Yesuus Naazireet ishii Galiilaatti argamtu irraa dhufee Laga Yordaanositti Yohaannisiin cuuphame.+ 10 Akkuma bishaan keessaa ol baʼeenis samiiwwan utuu banamanii fi hafuurri qulqulluun akka gugeetti* utuu isa irra buʼuu+ arge.