LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 42:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Ilaa, tajaajilaa koo+ isan deggeru!

      Isan filadhe,+ isan* itti gammadu!+

      Ani hafuura koo isa keessa kaaʼeera;+

      Innis sabootaaf haqa ni fida.+

  • Maatewos 3:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yesuus erga cuuphamee booda, yeruma sana bishaanicha keessaa ni baʼe; yeroo kanatti samiiwwan ni banaman;+ inni hafuurri Waaqayyoo akka gugeetti* gad dhufee yommuu isa irra buʼu+ ni arge.

  • Yohaannis 1:32-34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Yohaannis akkana jedhees dhugaa baʼeera: “Ani, hafuurri akka gugeetti* samii irraa yommuu gad buʼu argeera; innis isa irra ni buufate.+ 33 Anumti iyyuu isa hin beekun ture; inni bishaaniin akkan cuuphu na erge sun garuu, ‘Hafuurri gad buʼee yommuu isa irra buufatu+ inni argitu, isa hafuura qulqulluutiin cuuphu+ sana dha’ naan jedhe. 34 Ani kana argeera; inni Ilma Waaqayyoo taʼuu isaas+ dhugaa baʼeera.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi