LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 1:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Taʼus, kana gochuuf yaadee utuu jiruu, kunoo, maleekaan Yihowaa* abjuudhaan isatti mulʼatee akkana isaan jedhe: “Yaa Yoseef ilma Daawit, ishiin kan ulfoofte hafuura qulqulluudhaan waan taʼeef,+ haadha manaa tee Maariyaamiin gara mana keetti fudhachuu hin sodaatin.

  • Maatewos 2:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yeroo Heroodis duʼetti, kunoo, maleekaan Yihowaa* Gibxiitti abjuudhaan+ Yoseefitti mulʼatee,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi