-
Luqaas 10:23, 24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Sana booda gara barattoota isaatti garagalee, akkana jedhee kophaatti isaanitti dubbate: “Ijji wantoota isin argaa jirtan kana argu gammadaa dha.+ 24 Ani isiniin nan jedha, raajonnii fi mootonni hedduun wantoota isin argaa jirtan kana arguuf kan hawwan taʼus hin argine;+ wantoota isin dhagaʼaa jirtan kana dhagaʼuuf kan hawwan taʼus hin dhageenye.”
-