Maatewos 13:38, 39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 maasichi addunyaa dha.+ Sanyii gaariin sun ilmaan Mootummichaa ti; inkirdaadichi garuu ilmaan isa hamaa+ sanaa ti; 39 diinni inkirdaadicha facaase Diyaabilosi. Yeroon makaraa, dhuma sirna* kanaa ti; warri haaman immoo maleekota dha.
38 maasichi addunyaa dha.+ Sanyii gaariin sun ilmaan Mootummichaa ti; inkirdaadichi garuu ilmaan isa hamaa+ sanaa ti; 39 diinni inkirdaadicha facaase Diyaabilosi. Yeroon makaraa, dhuma sirna* kanaa ti; warri haaman immoo maleekota dha.