-
Roomaa 10:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Haa taʼu malee ani, ‘Isaan utuu hin dhagaʼin waan hafaniifii laata?’ jedheen gaafadha. “Sagaleen isaanii guutummaa lafaa irratti, ergaan isaaniis hamma andaara lafaatti dhagaʼameera”+ waan jedhameef, akka dhagaʼan beekamaa dha.
-
-
Qolosaayis 1:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 misiraachoon kun isin biras gaʼeera. Misiraachoon kun akkuma guutummaa addunyaatti firii godhachaa fi babalʼachaa jiru,+ dhugaa gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa guyyaa itti dhageessanii fi sirriitti beektanii jalqabee isin gidduuttis firii godhachaa fi babalʼachaa jira.
-