LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 9:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Yesuus, manneen sagadaa isaanii keessatti barsiisaa, misiraachoo Mootummichaa lallabaa, akkasumas dhukkuba akaakuu hundumaa fi dhibee akaakuu hundumaa fayyisaa magaalotaa fi gandeen hunda keessa naannaʼe.+

  • Maatewos 28:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Kanaafuu, dhaqaatii saboota hundumaa keessaa+ namoota barattoota koo godhaa; maqaa Abbaatiin, maqaa Ilmaa fi maqaa hafuura qulqulluutiin isaan cuuphaa;+ 20 wanta ani isin ajaje+ hunda akka eeganis isaan barsiisaa. Kunoo, ani hanga dhuma sirna* kanaatti+ guyyaa hundumaa isinii wajjinan jira.”

  • Maarqos 13:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kana malees, jalqaba saba hundumaatiif misiraachoon lallabamuu qaba.+

  • Mulʼata 14:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Maleekaa kan biraanis utuu samii walakkaa* balaliʼuu nan arge; inni misiraachoo bara baraa warra lafa irra jiraataniif, jechuunis saba, gosa, qooqaa fi nama hundumaaf labsu qabatee ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi