LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Haa taʼu malee, yommuu hafuurri qulqulluun isin irra buʼu humna ni argattu;+ Yerusaalemitti,+ guutummaa Yihudaa fi Samaariyaatti,+ akkasumas hanga andaara lafaatti+ dhugaa baatota koo ni taatu.”+

  • Roomaa 10:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Haa taʼu malee ani, ‘Isaan utuu hin dhagaʼin waan hafaniifii laata?’ jedheen gaafadha. “Sagaleen isaanii guutummaa lafaa irratti, ergaan isaaniis hamma andaara lafaatti dhagaʼameera”+ waan jedhameef, akka dhagaʼan beekamaa dha.

  • Roomaa 11:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Amma immoo isin warra saboota kaan keessaa dhuftanittan dubbadha. Ani saboota kaaniif ergamaa waanan taʼeef,+ tajaajila koo nan kabaja;+

  • Mulʼata 14:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Maleekaa kan biraanis utuu samii walakkaa* balaliʼuu nan arge; inni misiraachoo bara baraa warra lafa irra jiraataniif, jechuunis saba, gosa, qooqaa fi nama hundumaaf labsu qabatee ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi