LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 9:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Gooftaan garuu akkana isaan jedhe: “Namni kun saboota,+ moototaa+ fi ilmaan Israaʼel duratti maqaa koo akka baatu, miʼa anaaf filatame+ waan taʼeef gara isaa dhaqi!

  • Galaatiyaa 1:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Haa taʼu malee, Waaqayyo inni akkan dhaladhu godhee* fi karaa gaarummaa isaa isa guddaa+ na waame sun, 16 misiraachoo waaʼee isaa ibsu sabootaaf lallabuudhaan+ Ilma isaa karaa koo mulʼisuun gaarii taʼee yommuu isatti mulʼatetti, ani yeruma sana nama tokkoo* wajjin illee hin mariʼanne;

  • Efesoon 3:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Gaarummaan Waaqayyoo inni guddaan ana isa qulqulloota hunda irraa gad taʼeef+ kennameera;+ kunis kan taʼe, misiraachoo waaʼee eebba Kiristoos isa hangana hin jedhamne sanaa saboota kaaniif akkan labsuufi;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi