Hojii Ergamootaa 9:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Gooftaan garuu akkana isaan jedhe: “Namni kun saboota,+ moototaa+ fi ilmaan Israaʼel duratti maqaa koo akka baatu, miʼa anaaf filatame+ waan taʼeef gara isaa dhaqi! Roomaa 11:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Amma immoo isin warra saboota kaan keessaa dhuftanittan dubbadha. Ani saboota kaaniif ergamaa waanan taʼeef,+ tajaajila koo nan kabaja;+
15 Gooftaan garuu akkana isaan jedhe: “Namni kun saboota,+ moototaa+ fi ilmaan Israaʼel duratti maqaa koo akka baatu, miʼa anaaf filatame+ waan taʼeef gara isaa dhaqi!
13 Amma immoo isin warra saboota kaan keessaa dhuftanittan dubbadha. Ani saboota kaaniif ergamaa waanan taʼeef,+ tajaajila koo nan kabaja;+