LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 2:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Pheexirosis akkana isaaniin jedhe: “Yaada geddaradhaa;+ tokkoon tokkoon keessanis cubbuun keessan akka isiniif dhiifamuuf+ maqaa Yesuus Kiristoosiin cuuphamaa;+ hafuura qulqulluu isa Waaqayyo tola kennus ni fudhattu.

  • Hojii Ergamootaa 8:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Haa taʼu malee, Filiphoos misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo+ fi maqaa Yesuus Kiristoos yommuu isaaniif labsu dhiironnis taʼan dubartoonni wanta inni jedhu amananii cuuphaman.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi