LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 24:46, 47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 46 akkana isaaniin jedhe: “Akkana jedhamee barreeffameera: Kiristoos ni dhiphata, guyyaa sadaffaattis warra duʼan gidduudhaa ni kaʼa;+ 47 maqaa isaatiinis yaada geddarachuun inni dhiifama cubbuu argamsiisu+ Yerusaalemii jalqabee saboota+ hundumaa gidduutti ni lallabama.+

  • Hojii Ergamootaa 17:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Dhugaa dha, Waaqayyo baroota namoonni wallaalummaadhaan jiraatan callisee bira darbeera;+ amma garuu kan jiraatan eessa iyyuu yoo taʼe namoonni hundi yaada geddarachuu akka qaban dubbachaa jira.

  • Hojii Ergamootaa 26:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 kanaa mannaa, jalqaba warri Damaasqoo+ keessa jiraatan, achiis warri Yerusaalemii+ fi guutummaa biyya Yihudaa keessa jiraatan, akkasumas saboonni yaada akka geddaratanii fi hojiiwwan yaada geddarachuu isaanii argisiisan hojjechuudhaan gara Waaqayyootti akka deebiʼan ergicha isaanitti himeera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi