LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 4:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Pheexirosii fi Yohaannis utuu namoota sanatti dubbachaa jiranii luboonni, dura buʼaan eegdota mana qulqullummaa fi Saduuqonni+ gara isaanii dhufan. 2 Ergamoonni kun namoota barsiisaa fi Yesuus duʼaa kaʼuu isaa ifatti dubbachaa waan turaniif, isaan baayʼee isaanitti aaranii turan.+

  • Hojii Ergamootaa 5:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Kanaafuu, isaan fidanii yaaʼii Saanhedriin dura isaan dhaaban. Achiis lubni ol aanaan gaaffiidhaan isaan qoruu jalqabe; 28 achiis, “Maqaa kanaan akka hin barsiisne cimsinee isin ajajnee turre;+ isin garuu kunoo, Yerusaalemiin barumsa keessaniin guuttaniittu; dhiiga namicha kanaas nu irratti fiduuf kutattaniittu” isaaniin jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi