15 Maleekaa kan biraan tokko iddoo qulqulluu mana qulqullummaa keessaa baʼee, sagalee guddaadhaan iyyee isa duumessa irra taaʼe sanaan, “Saʼaatiin haamaa waan gaʼeef, makarri lafaas guutummaatti waan bilchaateef, haamtuu kee itti hiixadhuutii haami”+ jedhe.