Maatewos 13:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Hanga yeroo makaraatti lamaanuu waliin haa guddatan; yeroo makarri gaʼu, namoota midhaan haamaniin akkana nan jedha: Jalqaba inkirdaadichi akka gubamuuf walitti qabaatii bissii* bissiidhaan hidhaa; sana boodas qamadicha gootaraa kootti galchaa.’”+
30 Hanga yeroo makaraatti lamaanuu waliin haa guddatan; yeroo makarri gaʼu, namoota midhaan haamaniin akkana nan jedha: Jalqaba inkirdaadichi akka gubamuuf walitti qabaatii bissii* bissiidhaan hidhaa; sana boodas qamadicha gootaraa kootti galchaa.’”+