LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 15:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 achiis daabboo torbaa fi qurxummii sana fuudhee erga galateeffatee booda, caccabsee barattoota isaatti kenne; barattoonni isaas namoota sanaaf kennan.+

  • Maarqos 6:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Daabboo shananii fi qurxummii lamaan sana fuudhee gara samii ilaalee eebbise.+ Daabboo sana erga caccabsee boodas namoota sanaaf akka dhiheessaniif barattoota isaatti kenne; qurxummii lamaan sanas namoota sana hundumaatiif hire.

  • Luqaas 9:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yesuusis daabboo shananii fi qurxummii lamaan sana fuudhee gara samii ilaalee eebbise. Erga caccabsee boodas namoota sanaaf akka dhiheessaniif barattoota isaatti kenne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi